Fana: At a Speed of Life!

Sirni Awwaalcha Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaa raawwate

Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Sirni Awwaalcha Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddaasaa, Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleetti raawwateera.

Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaa dhibee tasaan du’aan addunyaa kanarraa boqochuun ni yaadatama.

Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaan Abbaasaa Obbo Taaddasaa Waaqtolaa fi Haadhasaa Aadde Muluu Tolaa irraa, Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullallee Ganda Fittaalitti Bara 1978 dhalate.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.