Sirni awwaalcha Eebbifamaa Abunee Efreem Mana Amantaa Ortodooksii qulqulluu Sillaasee Dabrabirhaanitti raawwate
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Sirni awwaalcha Eebbifamaa Abunee Efreem Mana Amantaa Ortodooksii qulqulluu Sillaasee Dabrabirhaaniitti raawwateera.
Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Tawahiidootti kutaa lallabaa Shawaa Kaabaa Waggoota 30 oliif hogganaa kan turan Liiqa Phaaphaas Abunee Eefireem boqachuun isaanii ni yaadatama.
Guyyaa har’as bakka Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Abunee Maatiyaasii fi abbootiin amantaa biroon argamanitti sirni awwaalchaasaaanii raawwateera.
Dhibee tasaa isaan muudateen yaallamaa turuun umrii waggaa 97ffaasaaniitti addunyaa kanarraa lubbuun durbuu isaanii darbeera
Itaagany Mokkonniintu gabaase
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.