Fana: At a Speed of Life!

Sirna wabii nyaataa mirkaneessuuf tumsi qooda fudhattootaa cimuu qaba jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Sirna wabii nyaataa mirkaneessuuf hojiilee eegalaman caalmatti bu’aa qabeessa taasisuuf tumsi qooda fudhattootaa cimuu akka qabu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsan.

Waggoottaan darban sirna wabii nyaataa mirkaneessuuf hojiileen hojjetameen bu’aa gaariin argamuu Dooktar Liyaan dubbataniiru.

Rakkoo sirna wabii nyaataa waaraan furuuf ammas xiyyeeffannoo olaanaan kan barbaachisu ta’uu eeraniiru.

Hojmaata qindaa’aa diriirsuu, maallaqaa fi humna namaa cimsuun murteessaa ta’uu himuu isaanii TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.