Sirna nyaataa fi karoora nyaataarratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa fi dhaabbileen deeggartootaa Sirna nyaataa fi karoora nyaataa Itiyoophiyaarratti marii gaggeessaniiru.
Hojmaataa fi adeemsa sirna nyaataa Itiyoophiyaa yeroo ammaa jiru jijjiiruuf mariin Ministeera Qonnaa fi Fayyaan durfamu gaggeeffameera.
kunis Kilaasteroota 7 kan gurmaa’ee fi yaadoota furmaataa 24 kan adda baase, dhaabbilee deeggartootaa 6 kan tumsamu ta’uu eerameera.
Karoorri qooda fudhattoota sadarkaa biyyaalessaaf qajeelfama ta’ee tajaajila jedhame kun jijjiirama sirna nyaataa fiduu akka danda’u eegama jedhamuu ragaan Ministeerichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.