Fana: At a Speed of Life!

Sirna Gadaa barsiisuu fi tokkummaa Oromoo jabeessuu keessatti ga’een Abbootii Gadaa guddaadha jedhame

Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Yaa’ii 3ffaan Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.

Sirna Gadaa dhaloota barsiisuu, tokkummaa Oromoo jabeessuu, nageenya naannoofi biyyoolessaa eeguu, dhimmoota hawaasummaafi diinagdee Oromoo cimsuu keessatti ga’een Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo guddaa ta’uu ibsameera.

Gochoota Sirna Gadaa keessatti aadmalee ta’an irratti qabsaa’aa dhaloota duudhaa dansaa dhaalchisuu cinattii, Gamtaa jabaa Oromoo gitu kan dhalootatti darbu ijaaruu keessatti qoodni Abbootii Gadaa daraan olaanaa ta’uu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.