Fana: At a Speed of Life!

Sirna barnootaa hirmaachisaa fi qulqullina qabu ijaaruuf Yaa’iin Paan Afrikaa gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Sirna barnootaa hirmaachisaa fi qulqullina qabu ijaaruuf kan kaayyeeffate yaa’iin idilee 3ffaa Paan Afrikaa, Afrikaa Kibbatti gaggeeffamuu eegaleera.

Yaa’ichi mata duree “Sirna barnbootaa hirmaachisaa, qulqullina kan qabu, sirrii fi waaraawaa ijaaruu” jedhuun kan gaggeeffamu ta’uun ibsameera.

Yaa’ichi ajandaalee garaagaraarratti kan mari’atuu fi hanga Adoolessaa 5, 2024tti itti fufa jedhameera.

Yaa’icharratti Itiyoophiyaa dabalatee bakka bu’oonni biyyoota Afrikaa, ambaasaddaroonnii fi kanneen biroon hirmaachuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa aragme ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.