Sireewwan yaalamtoota baasii Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 19’n bitamaan raabsamaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)-Deeggarsa mootummaa Jaappaaniin sireewwan ciisicha yaalamtoota baasii Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 19’n bitamaan raabsamaa jiraachuu ibsameera.
Deeggarsichi naannolee Amaaraa, Oromiyaa, Hararii, Sidaamaa, Kibbaa, Somaalee fi biiroo eegumsaa fayyaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaaf akkasumas hospitaaloota yuunvaarsitiiwwaniif raabsamaa jira.
Yeroo itti aanuutti naannolee Beenishaanguul Gumuuz, Gaambeellaa fi Affaariif kan raabsamuu ta’uu ibsameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.