Fana: At a Speed of Life!

‘Simboo Faanaa’ Badhaasa Tuuriizimii injifate

Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Sirna cufiinsa Torbee Tuuriizimi Oromiyaa gaggeeffamerratti damee Sagantaa Miidiyaatiin Sagantaan ‘Simboo Faanaa’ badhaasa Tuuriizimii injifateera.

‘Simboon Faanaa’ Sagantaa Televiizhinii Aadaa, Seenaa fi Duudhaa Oromoorratti xiyyeeffachuun Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetiin tamsa’uudha.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.