Siimpooziiyeemiin Gamtaa Astiroonoomikaalii Idil Addunyaa 386ffaan eegalame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Siimpooziiyeemiin Gamtaa Astiroonoomikaalii Idil Addunyaa 386ffaan Finfinneetti eegalameera.
Siimpooziiyeemichi ‘ Ga’ee Samii gurraachii fi haambaaleen hawaaaa Astiroo -Turizimii guddisuuf qaban’ mata duree jedhuun gaggeeffamaa jira jedhame.
Gamtaan Astiroonoomikaalii idil addunyaa,Inistiityuutiin Ji’oospeeshaalii fi Saayinsii Hawaa, Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii fi Ministeerri Tuurizimii Siimpooziyeemicha waloon qopheessuu TOI gabaaseera.
Siimpooziyeemichi hanga Sadaasa 7, 2016tti kan turu yoo ta’uu,qooda fudhattoonni Indaastirii Tuurizimii hubannoo damichaan qaban guddisuu fi qabeenya Tuurizimii haala sirnaan fayyadamuun danda’amurratti mariin ni gaggeeffama jedhame.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.