Siidaan fakkeenyummaa nageenyaa jaarsolii Biyyaa Gaamoo ibsu eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Siidaan fakkeenyummaa nageenyaa jaarsolii Biyyaa Gaamoo ibsu ebbifame.
Sidichi dheerina meetira 4 fi seentimeetira 70 kan qabu yoo ta’uu ibsameera.
Sirna eebbichaarratti hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaafi naannichaa argamuu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.