Fana: At a Speed of Life!

Siidaan Caalii Shoonoo ebbifame

Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Siidaan Caalii Shonoo godina Iluu Abbaa Boor aanaa Yaayyootti ijaarrame ebbifame.
Siidichi Birrii miiliyoona 3 fi kuma dhibba 2 ijaarrame.
Abbaan Boor yookin Caalii Shoonoo bara 1842-1874tti godinicha bulcheera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.