Fana: At a Speed of Life!

Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee ABUT 9 Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonnnni garee Juuntaa to’annoo jala oolan 9 Finfinnee ga’aniiru.

Guyyoota lamaan darban hundeessaa fi hogganaa adda duree garee ABUT Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni olaanoon garichaa to’annoo jala oolan Finfinnee galaniiru.

1. Aadde Qidduusaan Naggaa Af yaa’ii mana maree naannichaa kan turan

2.Dooktar Salamoon Kindee hogganaa Biiroo misooma magaalaa naannichaa kan turan

3. Obbo Taklaweeyini Asaffaa Hojii raawwaachisaa Maariit kan turan

4. Obbo Gabramadihiin Tawaldee hogganaa Biiroo daldalaa kan turan

5.Obbo Waldagiyoorgiis Dassitaa hogganaa Biiroo Geejjibaa kan turan

6.Ambaasaaddar Abbaadii Zamuu Sudaanitti Ambaasaaddara Ityoophiyaa kan turan

7. Obbo Tewoodiroos Hagos Preezdaantii Akkaadaamii Mallas kan turan

8. Aadde Mihirat Taklaay gorsituu seeraa mana maree naannichaa kan turan

9.Hooggana garee juntaa Sibahaat Naggaan galgala kana Finfinnee ga’aniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.