Fana: At a Speed of Life!

Shawaa Kibba Lixaatti jallisii boneen Qamadii lafa hekteera kuma 105 irratti misoomsuuf facaasaan eegalame

Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti jallisii boneen Qamadii lafa hekteera kuma 105 irratti misoomsuuf facaasaan eegalamuu ibsameera.

Inisheetiivii Misooma qamadii Bonaa kun aanaa Sabbataa Hawaas Ganda Awwash Ballootti kilaastera facaasaan eegamuu ibsameera.

Godinicha barana jallisii Bonaan Qamadii lafa hektaara kuma 105 misoomsuuf karoorfamee hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 10 faca’uu ragaan Biiroon Qonnaa Oromiyaarra argame ni mul’usa.

Akka Aanaa Sabbataa Hawaasittis qamadii lafa hektaara kuma 32 fi 554 irratti misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 1.3 argachuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.