Fana: At a Speed of Life!

Shaggaritti Pirojektoonni garaagaraa eebbifamaa jiru

Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Pirojektoonni Misoomaa fayyadamummaa hawaasaa Mirkaneessaan eebbifamaa jiru.
Haaluma kanaan Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti pirojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 81 oliin ijaarame eebbifame.
Saganticharratti Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurhamaan, Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi qondaaltoonni magaalichaa biroon argamaniiru.
Tasfaayee Ijjiguutu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
bu’aa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.