Fana: At a Speed of Life!

Shaggaritti pirojektoonni 342 Birri biiliyoona 6 oliin ijaaraman ni eebbifamu-B/Magaalicha

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Shagaritti pirojektoota garaagaraa 458 xumuramuun tajaajilaaf qaqqabuu Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo Galgaloo ibsan.

Obbo Guyyoo Galgaloo pirojektootaa kanneen ilaalchisuun ibsa midiyaaleef kennaniiru.

Marsaa jalqabaatiin pirojektoota 342 Birri biiliyoona 6 oliin ijaaraman kan eebbiffaman ta’uu eeraniiru.

Rakkoo bulchiinsa gaarii hiikuu fi gaaffii uummataa deebisuuf pirojektoonnii kunneen shoora olaanaa qabaachuus ibsaniiru.

Amartii Tasfaayeetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.