Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan olaantummaa Kilaba Atleetiksii Raayyaa Ittisaan xumurame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Guyyoota Jahaaf Istaadiyeemii magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan injifannoo waliigalaa Kilaba Atleetiksii Raayyaa Ittisaan xumurameera.
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa sadarkaa 2ffaan, Naannoon Oromiyaa ammoo sadarkaa 3ffaan xumuraniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.