Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa eegalame

 

Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddaattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti eegalame.

Shaampiyoonaan kun har’aa eegalee hanga Muddee 25, 2012tti kan turu yoo ta’u, guddattoota umuriin isaanii waggaa 15, 16 fi 17 gadii kan hirmaachisudha.

Guyyaa har’aas dorgommiiwwan gulaallii xumuraa ni gaggeeffamu.

Dubartootan darbannaa diiskasii, dhiirotaan darbannaa aloolloo, akkasumas koorniyaa lamaaninuu fiigichi meetira 400 fi 800 xumura akka argatu ragaan Federeeshiinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni mul’sa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.