Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa 52ffaan eegalame

Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa 52ffaan eegalameera.

Shaampiyoonnichi har’a ganama waldorgommii utaalchaa dheeraa dubartoota fi utaalchoo olii dhiiraanii fi fiigicha meetira 800’n dubaraa fi dhiiraan eegalamuu ragaan Fedeereshinii Atiletiksii ityoophiyarra argame ni mul’isa.

Kaayyoon dorgmmichaa bara faranjootaa Muddee 19-27, 2023tti Hangaarii Buudapeesitii shaampiyoonaa Atileetiksii 19ffaaf ga’umsa atileetotaa madaaluuf carraa kan uumu ta’uun eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.