Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan Warqee jalqabaa argatte

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatteetti.
Meedaaliyaawwan kunneen kan argamaan fiigicha meetiraa kuma 10 dhiiraan ta’uun eerameera.
Dorgommichaan Atileet Mogos Xi’uumaayii fi Atileet Cimdeessaa Dabalaa walhordofuun biyya isaaniif meedaaliyaa argamsiisuu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaarra argame ni mul’isa.
Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.