Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaa har’a eegala

Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaan har’a Buudaapeestittii eegala.

Dorgommii har’aa eegaluun halkan sa’aatii 3:55 irratti fiigicha kiiloomeerira 10 dubartootaa gaggeeffamuun, Alteet Ijjigaayyoo Taayyee, Lattasanbat Giday, Gudaaf Tsaggaayii fi Lamlam Hayiluun Atleetoota fageenyichaan Ityoophiyaa bakka bu’un morkii jabaa taasisaniidha jedhameera.

Shaampiyoonaa kanaarratti Ityoophiyaan fageenya garaagaraa 6’n kan hirmaattu ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.