Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaan meetira kuma 10 dhiirootaan Atleetoonni Ugaandaa milkaa’aan

Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atleetiin Ugaandaa Jooshawaa Chiippiteegeen meedaaliyaa Warqee biyya isaaf argamsiiseera.

Atleetoonni Ityoophiyaa fageenyichaan tilmaamama injifannoo olaanaa argatanii turan osoo hin milkaa’iina hafaniiru.

Atleet Salamoon Baraggaan sadarkaa 5ffaan xumureera.

Barrihuun Aragaawwii 7ffaa, Taaddasaa Warquu 14ffaa ba’uun dorgommicha xumuraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.