Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaan Atleetoonni Ityoophiyaa xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti gaggeeffamaa jiruun Atleetoonni Ityoophiyaa fageenya meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darbaniiru.
Atleet Taaddasaa Lammii daqiiqaa 3:38 xumuruun ramaddii isaarraa sadarkaa 1ffaan yoo darbu,Atleet Saamu’eel Tafarraanis daqiiqaa 3:37 xumuruun ramaddii isaarraa sadarkaa 1ffaan xumuraaf darbeera.
Fageenya kanaan dorgommiiin gulaallii daqiiqaa muraasa booda dubartoota gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo argachuu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarra argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.