Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaan Atileetotni Itiyoophiyaa meetira 800 walakkaa xumuraaf darban

Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileetootni Itiyoophiyaa meetira 800 walakkaa xumuraaf darbaniiru.
Haaluma kanaan Atileet Tsiggee Dhugumaa, Haabtaam Alamuu fi Nigisti Getaachoon dorgommii walakkaa xumuraaf darbuu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Har’a fiigichi walakkaa xumuraa meetira kuma 1 fi 500 koorniyaa lamaaninuu kan fiigamu yoo ta’u, waaree booda sa’aatii 7:33 Atileetoonni dubartootaa fi 8:18 irraa jalqabee Atileetoonni dhiiraa xumuraaf darbuuf morkiin taasisaan ni eegama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.