Fana: At a Speed of Life!

Sarjoo Kuun Aguuweeroon tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiise

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) –Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Arjentiinaa fi Maanchiester Siitii duraanii fi Baarseloonaa ammaa Sarjoo Kuun Aguuweeroon sababa dhibee onneen tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiiseera.
Sarjoo Kuun Aguuweeroon Baatii Onkololeessaa keessa dhukkubsachuun tapha adda kutee erga bahee booda qorannoo taasiiseen dhibee onneef saaxilamuun mirkanaa’eera.
Sababa dhibee onnee isa muudateen kana booda gara dirree kubbaa miilaatti kan hin deebine ta’uu beeksiiseera.
Ga’eessi umrii waggaa 33 Sarjoo Kuun Aguuweeroon tapha Biyyaalessa Arjentiinaa fi taphate dabalatee gooliiwwan 427 kan lakkoofsise yoo ta’u, Waancaawwan gurguddoo 20 fudhachuu danda’eera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.