Sagantaan xumura ayyaana Iid Shawaal magaalaa Harariitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Qaama Sagantaan “Iidaa hanga Iidaa” kan tahe xumurri ayyaana Iid Shawaal magaalaa Harariitti gaggeeffamaa jira.
Diyaaspooraawwan qabeenya tuurizimii naannoon Hararii qabdu addunyaatti beeksisuuf akka qaban saganticharratti ibsameera.
Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.