Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan saaqinsaa ‘Iid hanga Iid’ gara biyyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Sagantaan saaqinsaa ‘Iid hanga Iid’ gara biyyaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

Sagantichi addabaabaayii Michummaatti gaggeeffamaa kan jiru.

Saganticharratti, Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin, Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Hajii Muftii Umar Idiriis argamaniiru.

Ityoophiyaanoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa waamichi taasifamee saganticharratti hirmaataniiru.

Sagantaa guyyaa har’a eegalee Iid hanga Iidal Faxiriitti sagantoonni adda adda Diyaaspooraaf akka qophaa’aan ibsameera.

Zabiib Taklaayitu gabaase

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.