Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ waajjira muummee ministiraatti gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ waajjira muummee ministiraatti gaggeeffameera.
Saganticharratti Preezdaant Saahilawarq Zaawdee, Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataa fi Itaamaajor Shuumii Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Biraanuu Juulaa dabalatee hoggantoonni hojii olaanoo argamaniiru.
Sagantichi har’a guyyaa sa’aatii 5:30 irratti iddoowwan garagaraatti daaqiqaa 2f gaggeeffameera.
Alaazaar Taaddalaatu gabaase
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.