Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera.
Saganticharratti abbootii gadaa fi jaarsoolii biyyaa akksumaas hojjattoonni mootummaa fi jiraattoonni magaalaa Dirree Dawaa kabajaa raayyaa ittisa biyyaaf qaban ibsaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.