Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ Beenishaangul Gumuuzitti gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ naannoo Beenishaangul Gumuuzitti sirnoota garagaraan gaggeeffameera.
Saganticharratti hoggantoonnii fi miseensoonni qamoolee nageenyaa naannichaa, kutaaleen hawaasaa garaagaraa fi hojjattoonni mootummaa hirmaataniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya
https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.