Sagantaan kabaja waggaa 50ffaa argamuu hambaa lafee Luusii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Sagantaan kabaja waggaa 50ffaa argamuu hambaa lafee dhala namaa Luusii (Dinqinash) gaggeeffamaa jira.
Jilli Abuuraa Hambaa Lafee Luusii Pirofeesar Doonaaldi Roobiinsaniin durfamuu Godambaa Biyyaalessaa daawwachaa jira.
Layikun Alamtu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.