Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Baahir Daar gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Idil Addunyaa Baahir Daar gaggeeffamaa jira.

Saganticharratti Ministira Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaafi Pireezidaantii naannichaa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa  dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaa biroon argamuu ragaan Sooker Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.