Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa naannoo Afaar ifoome

Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) –Ministeerri Fayyaa Sagantaa Fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa naannoo Afaar har’a ifoomuu beeksiise.

Sagantaan kun waggoottan 15 itti aananiif hojiirra kan oolu yoo ta’u, garaagarummaa waggaa shaniin haalli isaa ilaallamee hojiitti hiikkamaa adeema jedhame.

Sagantaa ifoomsuu kanarratti Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa dabalatee qooda fudhattoonnj adda addaa argamuu himameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.