Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan eegalchiisa tajaajila tola ooltummaa waqtii Gannaa sadarkaa naannoo gaggeeffame

Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti sagantaan eegalchiisa tajaajila tola ooltummaa waqtii Gannaa sadarkaa naannoo magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffameera.
Sagantichi ‘gaarummaa ol ka’iinsa Itiyoophiyaaf’ mata duree jedhuun gaggeeffameera.
Pireezidaantii naannichaa Obbo Xilahuun Kabbadaa dabalatee hoggantoonni naannichaa fi godinaalee saganticharratti argamuu ibsameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.