Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan baniinsa sosochii Seeraa Taaksiifi Gumuruukaaf bitamuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Sagantaan baniinsa sosochii Seeraa Taaksiifi Gumuruukaaf bitamuu galama Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamaa jira.

Sosochichi mata duree “Gibira Kabaja Biyyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

Sosochichi namoonni gibira kaffalan haalaan akka kaffalan dandeessisuufi hojiilee hubannoo seera-maleessummaa ittisuuf dandeessisan hojjechuuf qophaa’uu eerameera.

Hojiileen hubannoo uumuu miidhaa seer-maleessummaafi kontiroobaandiin diinagdee biyyaarraan gahan waloon ittisuu sosochichaan hojiilee hojjetaman keessaa tokko ta’uu ragaan Ministeera Galiiwwaniirraa argame ni mul’isa.

# Ityoophiyaa #Adwaa #Injifannoo

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.