Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan badhaasa “Nama gaarii” gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Sagantaan Badhaasa “Nama Gaarii” marsaa 12ffaan gaggeeffamaa jira.

Saganticharratti Pireezidantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee dabalatee keessummoonni biroon argamaniiru.

Sagantichaan dameewwan 11’n dhaabbilee 32 fi namoonni dhuunfaa akka badhaafaman TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.