Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Ashaaraa magariisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa magaalaa Finfinnee mata duree ‘Finfinnee yaa uwwifnu’ jedhuun jiddugala kunuunsa biqiltuu Gullalleetti gaggeeffameera.
Saganticharratti itti aantu Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dabalatee, hoggantoonni mootummaa federaalaa, naannolee, abbootiin amantaa, Atleetoonnii fi keessummoonni waamichi taasiifameef hirmaataniiru.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara kana biqiltuu miiliyoona 7.5 ol dhaabuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalichaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.