Fana: At a Speed of Life!

Sagantaa ‘Iid hanga Iid’ jedhuun Ityoophiyaa bifa adda addaatiin addunyaaf waltajjii ittiin beeksifnuudha-Ambaasaaddar Birtukaan

Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Sagantaa ‘Iid hanga Iid’ jedhuun Ityoophiyaan qabeenya hawaasummaa fi seenaa amantiin qabdu sirnaan addunyaatti beeksisuuf carraa gaarii ta’uu Ministir deetaan Ministeera Dhimma Alaa fi Walitti qabduun Koree Biyyoolessaa Ambaasaaddar Birtukaan Ayyaanoon himaniiru.

Ambaasaaddar Birtukaan Ayyaanoo gama isaaniitiin, lammiilee Ityoophiyaa fi michuuwwan Ityoophiyaa waamicha taasifame fudhachuun gara biyyaa galaniif sadarkaa naannoleettis qophiiwwan garagaraa akka qophaa’ee himaniiru.
Sagantaan Iid hanga Iid guyyaa har’aa Addabaabayyii Michummaatti akka eegaluu Qindeessitoonni sagantichaa himaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.