Fana: At a Speed of Life!

Sagantaa fi seera ittiin bulmaataa Paartii Badhaadhinaarratti waltajjiin gaggeeffamaa ture xumurame

Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Sagantaa fi seera ittiin bulmaataa Paartii Badhaadhinaarratti waltajjiin leenjii hubannaa uumuu gaggeeffamaa ture xumurame.

Leenjii fi hubannichi hoggantoota magaalaa Finfinnee sadarkaa addaddaarratti hojjetan 3,600 oliif marsaa 2ffaan laatamaa tureera.

Xumura waltajjichaarratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa fi sadarkaa itti aanaa kantiibaatti qindeessaa olaanaan Wiirtuu Ijaarsa Sirna Demokraasii obbo Tasfaayee Beeljigeen argamuun ibsa laataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.