Fana: At a Speed of Life!

Sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuuwwan biiliyoonni 4.9 qophaa’aa jiru- Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuuwwan biiliyoonni 4.9 qophaa’aa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.

Biqiltuuwwan qophaa’aa jiran keessaa biqiltuun bunaa biiliyoona 1.3 yoo ta’u biqiltuuwwan miiliyoonni 200 ol ammoo muduraalee garaagaraa ta’uu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin eeraniiru.

Sagantaan Ashaaraa Magariisaa diinagdee biyyattii ceesisaa jiraachuus kaasaniiru.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dab’u kanneen beealataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.