Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 5ffaan Biqiltuuwwan biiliyoonni 6.3 ni dhaabbatu jedhame
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Sagantaa Asharaa magariisaa marsaa 5ffaa bara 2015n Biqiltuuwwan biiliyoona 6.3 dhaabuuf karoorfamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Biqiltuwwaan kanneen keessaa %45 biqiltuuwwan bosonaa fi %55 ammoo Biqiltuuwwan kuduraa fi muduraa ta’uu ministeerichi eerera.
Biqiltuuwwan sadarkaa biyyaatti sagantaan Asharaa magariisaa dhaabbatan haphachuu bosonaa hir’isuu fi dhiqamaa biyyee ittisuuf furmaata ta’uurra darbee wabii nyaataa mirkaneessuuf qooda ba’aa jiraachuu ibsameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.