Fana: At a Speed of Life!

Sagaleewwan hammeenyaa adda nu qooduuf dhufan ni injifanna – Aadde Adaanech Abeebee

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Sagaleewwan hammeenyaa adda nu qooduuf dhufan waloon ta’uun ni injifanna jedhan kaantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.

Ityoophiyaa moo’achuun tasuma hin danda’amu jedhan.

Qabeenya uumamaa fi kennaa uumaan laateefitti humnoonni ijji isaanii diimatu baandaa keessaa waliin wal ta’uun sagaleewwan diigumsaa fi qoqqoodinsaa dhageessisaa jiraachuu ibsaniiru.

Gatii fi aarsaalee hedduun harka keenya kan geese biyya keenya dabarsinee hin laannu jedhaniiru.

Tokkummaa fi kutannoodhaan dhaabachuun  gamtaan ni   injifanna jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Sagaleen diigumsaa kunniin ni badu, afaan biyya kiyyarratti banaman ni diigamu jechuun  ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.