Fana: At a Speed of Life!

Sadarkaan Hojii misooma Koriidarii Bishooftuu gamaaggamame

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)-Sadarkaan Hojii misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu gamaaggamame.

Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojii misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu sadarkaa irra jiru hoggantoota magaalichaa waliin gamaaggamuu ibsaniiru.

kan eegalaman caalmaatti saffisiisuuf hojiileen barbaachisan cimanii kan itti fufan ta’u gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.