Fana: At a Speed of Life!

Saawud Arabiyaan dhorkii imalaa Ityoophiyaa, Turkiyyee, Hindii fi Veetnaamirra keessee turte kaafte

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Saawud Arabiyaan sababa vaayrasii koroonaan dhorkii imalaa Ityoophiyaa, Turkiyyee, Hindii fi Veetnaamirra keessee turte kaasuu gabaafameera.

Biyyattiin jalqaba baatii Waxabajjiitti tatamsa’ina vaayrasichaa ittisuuf mana keessatti haguuggii afaanii kaa’achuu fi dhorkiiwwan biroo kaasuu ibsameera.

Saawud Arabiyaan sababa vaayrasii koroonaan dhorkii imalaa Ityoophiyaa, Turkiyyee, Hindii fi Veetnaamirra keessee turte kaasuu Rooyitars SPA wabeeffachuun gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.