Fana: At a Speed of Life!

Saa’udii Arabiyaan kutaalee hawaasaa rakkoo hawaasummaaf saaxilamoo ta’aniif Temirii toonii 50 deggersaan kennite

Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Saa’udii Arabiyaan kutaalee hawaasaa rakkoo hawaasummaaf saaxilamoo ta’aniif Temirii toonii 50 deggersaan kennuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.

Qaamolee deeggartootaa garaagaraa waliin ta’uun qabeenya walitti qabuun lammiilee deeggarsa hawaasummaa barbaadaniin gahuuf hojjechaa jiraachuu ministeerichi miidiyaa hawaasummaa isaan ibseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.