Fana: At a Speed of Life!

Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e

Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan tapha Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e.

Urjiin duraanii Seneegaal Saadiyoo Maaneen miidhamarraa deebii waancaa addunyaaf taphootaa murteessoo ni taphaata jedhamee eegamaa ture.

Haa ta’u malee, bu’uura seerota miidhaaman taphatichi garee Kubbaa Miilaa Seneegaal keessaa baafamuun ibsameera.

Kilabni Saadiyoo Maanee Baayermuunik, Waarder Bireeman waliin utuu taphataa jiruu miidhamuun kan yaadatamuudha.

Biyyoota 32 kan hirmaachisu taphni Waancaa Addunyaa guyyoota lama booda Kuwaataaritti eegalama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.