Ruwaandaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti – Ambaasaaddar Charlas Kaaraanbaa
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Ruwaandaan hariiroo waloo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf kan hojjettu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri biyyattii Charlas Kaaraanbaan ibsan.
Ambaasaaddar Charlas Kaaraanbaan garagarcha xaalayaa muudama isaanii Ministeera Dhimma Alaatti Qondaala Olaanaa Pirootookoolii Obbo Malaakuu Badhaadhaaf dhiyeessaniiru.
Hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf kan hojjetan ta’uu Ambaasaaddar Chaarlas ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.