Fana: At a Speed of Life!

Riqicha Takkazee gareen ABUT barbadasse riqicha socho’aa waraanaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) – Riqicha Takkazee gareen ABUT barbadasse riqicha socho’aa waraanaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu Qulqulleessi ragaa labsii yeroo ariifachiisaa beeksiise.
Riqichichaaf eeggumsa barbaachisu taasiisuuf sochiin eegalamuu Qulqulleessi ragaa labsii yeroo ariifachiisaa ibseera.
Gareen ABUT raayyaan Ittisaa akka hin gallee fi dhaabbileen deeggartootaa xiyyaaran deeggarsa namoomaa akka qaqqabsiisan taasiisuuf riqicha Takkazee barbadessuu ibseera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.