Fana: At a Speed of Life!

Riil Isteetiin Afrikaa lammii Godina Goofaatti sigiga lafaan miidhamniif deeggarsaa Birri Miiliyoona 5 taasise

Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Riil Isteetiin Afrikaa lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan mudateen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasiseera.

Balaa mudate hordofee kutaaleen hawaasaa, dhaabbileen garaagaraa fi mootummaan deeggarsa namoomaa taasisaa jiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.