Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome

Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.

Ramaddii har’a ifoomeen Poortoon Arsenaal, Naappooliin Baayerni Munik waliin ramadamaniiru.

Ramaddiin biroon PSG Riyaal Soosiidaa, Intar Atleetikoo Maadriid, PSV Doortumad, Laaziyoo Baayerni Munik, Kooppaanhagan Maanchiisteer Siitii, RB Leepziing Riyaal Maadri waliin ramadamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.