Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin dorgommii Seekafaa (CECAFA) umrii 17 gadii ifoome

Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Ramaddiin tapha waancaa Seekafaa umrii 17 gadii guyyaa har’aa ifoomeera.

Ramaddiin gulaallii waancichaa qopheessummaa Ityoophiyaan Fulbaana 20 hanga Onkoloolessa 5, 2015tti gaggeeffama.

Akkaataa sagantaa ba’eetiin ramaddii 1ffaa jalatti Ityoophiyaa, Eertiraa, Sudaan Kibbaa, Taanzaaniyaa fi Somaaliyaa akkasumas rammaddii 2ffaa jalatti Ugaandaa, Ruwaandaa, Sudaan, Jibuutii fi Burundiin ramadamuu isaanii ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.